Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sirna Dimokraasii Misoomatti Fulleeffate Ijaaraa Jirra. Dammaqaa Makonneen


Dura ta’an paartii Dimokraatawaa Amaaraa Obbo Dammaqaa Makonnen xumuura gumii paartichaa isa 12ffaa booda walgahii ADWUI f Hawaasaatti ituu hin imaliin dura tuuta oduuf ibsa kennanii jiru.Jijjirama argamee irratti hundaa’uun akkaataa deemsa keenyaa jajjabeesuu qabna jedhan.

Walgahii ADWUI kan Hawaasaa keessatti gaggeeffamu irratti sadarkaa bulchiinsa naannoo fi gandaa irraa qabee sirnii ijaarameetu nu barbaachisa waan ta’eef Adeepaan toora Kanaan sochii jabaa gochuu fedha jedhan.

Kanaaf walgahii Hawaasaa irratti kallattii kaa’uun hojii irra olchuuf paartiin keenya qopha’aa jira jedhan Obbo Dammaqaa Makonnan.

XS
SM
MD
LG