Xurree ittiin seenan

Breaking News

“Manni Murtii Bellama Kennu Dheereessuun Mirga Shakkamaan Tokko Murtii Arifachisaa Argachuuf Qabu Miidha.” Abukaatoo

Galmee maqaa Obbo Xaggaayee Alamuu Asaanaa jalatti kanneen himataman namoonni sagal har’a mana murtii olaanaa federaalaa dame Lidataa dhaddacha 19ffaa duratti dhiyaatanii turan.Bellamnii kunis Robii kaleessaas ta’e kamiisa har’a ragaa abbaa alangaa dhaggeefachuuf ture.

Garu abbaan alangaa raga-baatoota isaa dhiyeeffachuu waan hin dandeenyeef jecha bellamnii dabalataa dheeraan baatii Onkolooleessa dhufuutti kennamee jira. Abukaatoo himatamtootaa keessaa tokko kan ta’an Obbo Tola-maariyaam Magarsaa akka ibsanti manni murtii bellama kennu dheereessuun mirga shakkamaan tokko murtii arifachisaa argachuuf qabu miidha.

Abbaan alangaa ammaan duras ragoota isaa akka dhiyeeffatuuf baatii lamaa fi guyyonni hangii tokko kennameefii akka ture yaadachisanii amma moo dabalataan yeroon baatii sadii caaluuf bellama ka biroo kennuun seeraan sirrii miti jedhan.

“Manni Murtii Bellama Kennu Dheereessuun Mirga Shakkamaan Tokko Murtii Arifachisaa Argachuuf Qabu Miidha.” Abukaatoo
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:56 0:00

XS
SM
MD
LG