Xurree ittiin seenan

Breaking News

 Bulchiinsa Naannoo Somaalee Jijjiirama Argamsisuun Ibsamee Jira


Faayilii - Pirezdaantii Naannoo Somaalee

Walitti gosaa fi tasgabii dhabiinsaan waggoota dhiyeenya kanaa keessa kan beeekamaa turtee bulchiinsii naannoo Somaalee amma walii obsuu fi nagaan beekamtu ta'uutu Ibsamee jira.

Mummichi Ministeeraa Abiyyi Ahmed prezidaantii bulchiinsa naannoo Somaalee kan ta'an Obbo Musxafaa Mohammad biyya alaa irraa biyya seensisuun deggersa barbaachisu naannoo sanaaf gochuu isaaniitumilkaa'inni kun argame jedhamee jira.

Bulchiinsii naannoo Somaalee hojii Turizmii jajjabeessaa jan jirtu ta'u fi ayyaana guyyaa Turizmii addunyaa sadarkaa Itiyoophiyaatti achitti kan kabajamuu ta'uun ibsamee jira.

Yaadawwan Ilaali (3)

XS
SM
MD
LG