Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hogganoonni Baaldaraas Mirga Wabii Dhorkaman


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Dura ta'an paartii Baaldaraas Obbo Iskindira Naggaa fi namoonni kanneen biroo 3 mirgii wabiin eegameefii hidhaa ba'uuf gaaffii dhiyeessan fudhatama dhabee jira.

Himatamtoonni arfan haala hidhaa keessaa kan ilaaleen komee adda addaa dhiyeeffachuun yakka ilaalchii madaalawaa ta'e hatattamaan akka gaggeefamu gaafatan.

Manni murtiis ajaja adda addaa kennuun Onkolooleessa 22 bara 2020 tti bellama kennuu isaa Mallaskaachew Ammahaa Fin finnee irraa gabaasee jira.

XS
SM
MD
LG