Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ameerikaan Barattoota Itiyoophiyaa Keessaf Carraa Barnootaa Akka Kennaa Jirtu Dubbatti


Ameerikaan Barattoota Itiyoophiyaa Keessaf Carraa Barnootaa Akka Kennaa Jirtu Dubbatti
Ameerikaan Barattoota Itiyoophiyaa Keessaf Carraa Barnootaa Akka Kennaa Jirtu Dubbatti

Barttoota Gulantaa Olaanaa biyyoota gara lixaa keessumaa immoo as Amerikaa dhufanii barataaniff carraan Qindaa’ee hojirraa olee akka jirufi barattooni heddu itoophiyaadha carraa kanatti fayyadamoo akka ta’aan dhiheenya kana odeefannoo kara Embasy Amerikaa Fininnee jiruu ifa ta’ee addeessera.

Carraan barnoota kun barattoota badiyaa biyyaa keenyaa jiraaniif hammaam gurraa seenera isa jedhuuf rakkoo odeefannoo argachuu biyyaattiti mula’aturraan kea’ee Embasichi sana akkamiin raawwataa jira isa jedhuuf, Carraa kanatti fayyadamuudhaaf ulaalgalee akkami gaafata isa jedhurratti Embassy Amerikaa Finfinnee jiurtti itti gafamtamtu dhimmi adaa kan ta’an Mrs. Li Piin Lo hasofsiisudhann Nigusuun qophii addaa Kutaa 1ffaa qabatee dhihateera, turtii gaarii .

Gabaasa guutuu: Kutaa 1ffaa

Ameerikaan Barattoota Itiyoophiyaa Keessaf Carraa Barnootaa Akka Kennaa Jirtu Dubbatti
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:53 0:00

Gabaasa guutuu: Kutaa 2ffaa

Ameerikaan Barattoota Itiyoophiyaa Keessaf Carraa Barnootaa Akka Kennaa Jirtu Dubbatti; Kutaa 2ffaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:01 0:00

XS
SM
MD
LG