Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaa Keessatti Dagannaan Hawaasaa Dhibee Koovid 19 Daran Cimsuu Mala, Jedhu Ogeeyyiin  


Faayilii - Qophii magaala Ambootti vaayirasii koronaa ittisuuf godhamaa ture, bara 2020
Faayilii - Qophii magaala Ambootti vaayirasii koronaa ittisuuf godhamaa ture, bara 2020

“Dagannaan Hawaasa biratti mullatu weerara Kooviid 19 gara malee hammeessuu mala,” jedhan, Itti gaafatamaan Kutaa Yaalii, kan Hospitaala Jalqabaa Gudar - Doktor Naahom Tashooma.

Yeroo ammaa dhibamtoota Kooviid 19 digdamama yaalaa akka jiran himanii, isaan keessaa 6tti dhibeen sun daran itti cimuu isaa ibsan.

Itoophiyaatti kaleessa qofa namootni Kooviid 19n qabaman 2057 gahuu odeessi Ministirii Fayyaa irraa argame kan mirkaneesse yoo tahu, lakkoofsi kun guyyaa tokkotti lakkoobsa ol’aanaa haga ammaatti biyyattii keessatti galmeessame, jedhamee jira.

Itiyoophiyaa Keessatti Dagannaan Hawaasaa Dhibee Koovid 19 Daran Cimsuu Mala, Jedhu Ogeeyyiin
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:06 0:00


XS
SM
MD
LG