Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dargaggoonni Haleellaa 9/11 Akkamitti Yaadatan?


Ijoollee Haleellaa 9/11 in Yaadanne
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:49 0:00

Ijoollee Haleellaa 9/11 in Yaadanne

Oggaa 20 dura gaafa Fulbaana 11, 9'/11' taatee ture ijoolleen bara san dhalataanifi oggas daa’ima xinnoo turan waan yaadatan in qaban.

Garuu magaala miidhaa haleellaan sun geechiserraa damdamattu keessatti guddatan. Dargaggootaa fi Labata Niiw Yoorkiif 9/11, guyyaan magaalttin haleellaa shororkeessaatiin itti dhahamte hiikaa akkamii qaba? Gabaasa Tiinaa Triin Tigist Gammeetu dhiheessa.

XS
SM
MD
LG