Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhaabbatni Yaadannoo Artist Lammaa Guyyaa Hundeessame  


Dhaabbatni Yaadannoo Artist Lammaa Guyyaa Hundeessame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:35 0:00

Faawundeshiniin yokaan dhaabbatni hojii artii Looreetii Lammaa Guyyaa itti fufsiisuuf matii isaaniitin hundeeffamee jira.

Kitaabni seenaa jireenyaa Artistichi looreet Lammaa Guyaa otuu lubbuun jiranii ofii barreeffatanis eebbifamee sirna hundeessame faawundeeshinichaa irratti hundeessamee jira.

Yaadannoon waggaa 1ffaa boqochuu Looreet Lammaa Guyyaa Finfinnee ka jiru Giddu gala Aadaa Oromootti sirnoota adda addaatin raawwatame.

XS
SM
MD
LG