Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sirna Kakuu Seenuu Muummicha Ministaraa Itiyoophiyaa Ilaalchisee Yaada Jiraattota Adaamaa


Sirna Kakuu Seenuu Muummicha Ministaraa Itiyoophiyaa Kaleessa Geggeessame Ilaalchisee Yaada Jiraattota Adaamaarraa Walitti-qabame
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:13 0:00

Kaleessa Muummeen Ministiraa Abiy Ahmediif, Finfinneetti sirni kakuu seenuu geggeessamee jira. Namoonni kuma dhibbaan lakkaawaman, garii sagantaa kana irratti argamuun ka hordofan yoo tahu, kaan ammoo sabahimaaleen kallattiin hordofaa turan.

Jiraattonni magaalaa Adaamaa waa’ee kana yaada isaanii VOA’tti himan, si’achi Muummee ministiraa Abiy Ahmed’rraa waa hedduu eegnaa jedhu. Keessumaa qaalawiinsa jireenyaa fi siyaasa biyyattii tasgabbeessuu qabu, jedhu.

Galmoo Daawit’ttu namota dubbisee erge.

XS
SM
MD
LG