Xurree ittiin seenan

Breaking News

Biyyoonni Giddu-galeessa Bahaa Hedduun Qaataariin Moggaatti Qooduun Deemsa Siyaasaa Naannoo Sanaa fi Biyyoota Ollaa Hagam Jijjiira?

Torban jalqabaa kan baatii Waxabajjiitti, Saawudii Arabiyaa, Baahireen, Tokkummaa Imeretoota Arabaa, Masrii fi Yemen dabalee – biyyoonni naannoo sanaa hedduun, guyyaa tokkotti --- biyyattii Giddu-galeessa Bahaa keessatti duuroma isheetiin beekamtu – Qaataar irraa hariiroo dippiloomaasii kutachuu isaanii beeksisuun isaanii, addunyaa irratti wal-dhibdee siyaasaa qalbii addunyaa hawatee ta’ee jira. “Qaataar, shororkeessota waan deggertuuf” jechuun balaaleffatan – biyyoonni kun. Biyyoota naannoo sanaa ka biroo, biyyoota humna-qabeeyyii Addunyaa irraa fi biyyoota Afrikaa illee gamaa fi gamana hiriirsaa jira – dhimmi kun. Sababaan wal-dhibdee kana duuba jiru maali? Itti-galli fi daafoon inni fidu hoo maal tahuu danda’a?

As kutaa Verjiiniyaa keessa ka jiru – Gloobaal Yunivasitiitti, hayyuu Falaasama Siyaasaa fi barsiisaa ka tahan – Dr. Alamaayyoo Birruu, Namoon qophii har’aaf haasofnee jirra.

Biyyoonni Giddu-galeessa Bahaa Hedduun Qaataariin Moggaatti Qooduun Deemsa Siyaasaa Naannoo Sanaa fi Biyyoota Ollaa Hagam Jijjiira?
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:26 0:00

XS
SM
MD
LG