Xurree ittiin seenan

Breaking News

Diplomaatonnii Sudaan 6 haryatamaniiru


Faayilii - Mormii Sudaan keesaa, Onkoloolessa 25, 2021
Faayilii - Mormii Sudaan keesaa, Onkoloolessa 25, 2021

Hogganaan mootummaa loltootaa Sudaan diplomatoota biyyatii warren fonqolchaa aangoo morman 6 hojii irraa haryateera.

Akka oduun televijiinii mootummaa Sudaaniin himame jedhetti bakka buutonii mootummaa Sudaan Yunaayitid Isteets, Gamtaa Awuroopa, Chaayinaa, Kuwaatar fi Faransaay akkasumas, waajiraa mootumoota gamtoomani isaa Jeneevaatti bakka bu’aan Sudaan ojii irraa Uguramaniiru.

Gareen diplomaatotaa Sudaan tarkaanfii fonqolchuu aangoo loltoonni fudhataman balaaleffachuudhaan ibsa baasaani akka turan gabaasameera.

XS
SM
MD
LG