Xurree ittiin seenan

Breaking News

Duula Filammoo Gaggeeffamaa Jiru Paartii Biyya Bulchaa Jiruu fi Mootummaa Kan Adda Baase Miti: Izeemaa


Faayilii - Filannoo biyyolessa bara 2015 irratti hirmaattonni sagalee yeroo kennan

Qabeenyaa fi mi'a uummataa sochii siyaasaaf oolaa jira jechuun kan himatee Izeemaan Itiyoophiyaa keessatti hidda kan dheereeffate siyaasnii gosaa garee hundumaa of keessatti hammataniin duula na filadhaa gaggeeffamaa jiru irratti dhiibbaa geesisaa akka jiru hubachiisee jira.

Bordiin Filannoo Guutuu Biyyaa gama isaan sochii duula filannoo waliin wal qabatee rakkoo raawwii jiran sadarkaa sadarkaan furuuf hojjataa akka jiru beeksisee jira.

Yaadawwan Ilaali (5)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG