Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaa: Tigraay Keessatti Uummanni Miliyoonni 3.8 Gargaarsa Argachaa Jira


Dubbi Himaa Ministrii Dantaa Alaa Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Dinaa Muftii
Dubbi Himaa Ministrii Dantaa Alaa Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Dinaa Muftii

Bulchiinsa Naannoo Tigraay keessatti yeroo ammaa uummnni Miliyoona 3.8 gargaarsa nyaataa fi gargaarsa namoomaa kanneen biroo argachuu isaanii dubbi himaan Ministrii dantaa alaa Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Dinaa Muftii oduu gabaastotaaf ibsanii jiru.

Gama kaaniin gargaarsii dhala namaa kan addunyaan kennuuf waadaa seene harka 30 caalee hin beekuu jedhanii jiru.

XS
SM
MD
LG