Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itoophiyaan Talaallii COVID-19 Marsaa Jalqabaa Biyyaa Galfatte 


Faayilii - Ministarii  Fayyaa Itoophiyaa, Dr.Liyaa Taaddasa i

Talaaliin amma gara biyyaa gales ta'e kan yeroo itti aanutti gara biyyaa galu yeroo tokkoon Hawaasa biyyattii kan waliin gahu waan hin taaneef of eeggannoo cimaa gochuun barbaachisaa ta'uu Ministiriin Fayyaa hubachiise.

Talaalliin gara biyyaatti gale kun deggersaan kan argame ta'uu Ministarittiin Fayyaa Dr.Liyaa Taaddasa ibsaniiru.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Itoophiyaan Talaallii COVID-19 Marsaa Jalqabaa Biyyaa Galfatte
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:50 0:00


Yaadawwan Ilaali (3)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG