Xurree ittiin seenan

Breaking News

Eegduun Hayyu-duree ABO fi Waardiyaan Waajira Gullallee Hidhaa-dhaa Gad-lakkisaman 


Hayyu-Duree ABO, Obboo Daawud Ibsaa
Hayyu-Duree ABO, Obboo Daawud Ibsaa

Egduun hayyuu duree ABO obbo Daawud Ibsaa obbo Yuunuusi Ali Yoonaa fi waardiyaan wajjiraa ABO Gullallee obbo Kadir Immiruu hidhaa torbaan 2 tii bodaa waabiin hiikamanii jiru.

Akka Obbo Yuunuus jedhaanitti mana murtiitti belamaa 2 dhiyaatanii qorataan poolisii waan ittiin himateef raggaa namaas ta'e barruu dhiyyeffachu waan dadhaabeef manni murtii wabii qarshii 1000tiin mana hidhaa tii gada lakkise.

Eegduun Hayyu-duree ABO fi Waardiyaan Waajira Gullallee Hidhaa-dhaa Gad-lakkisaman
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:42 0:00


XS
SM
MD
LG