Xurree ittiin seenan

Breaking News

Fannifamee Akkan Du’uuf Na irratti Murame. Nasraddiin Aliyyi


Nasraddiin Aliyyi Mohammed Hidhaa waggaa 23 booda torban tokko dura gadhiifame. Yeroo magaalaa Haraar keessaa qabame hidhame dargageessa umriin 16 ture.Himannaan irratti dhiyaate ajjechaa ta’u fi ragaa sobaan adabii irratti muramee fannifamee akka du’u ture.

[Dararaa Gurra Namaatti Ulfaatu Dubbachuun Rakkisaa Dha. Dargaggoo Kaffiyaaloo Tafarraa]

Namoota ijaan na arganii hin beekne fi ragaa sobaan kana na irratti murteessan jedha.

Mana hidhaa keessa yeroo tureetti hidhamtoonni dararaa reebichaa irra ga’een lubbuun isaanii darbe akka jiran akkasumas kanneen gocha kana rawwatan amma iyyu hojii irra waan jiraniif seeratti dhiyaachuu qabu jedha.

Gabaasa guutuu Caqasaa

Fannifamee Akkan Du’uuf Na irratti Murame. Nasraddiin Aliyyi
please wait

No media source currently available

0:00 0:21:44 0:00

XS
SM
MD
LG