Xurree ittiin seenan

Gaaffiin Barattootaa Gaaffii Uummataa Yeroo Dheeraaf Gaafatamaa Ture, Jedhu Hoogganaan KFO

  • Namoo Daandii

Obboo Mulaatuu Gammachuu

Yunivarstiilee dabalatee manneen barnootaa Oromiyaa jiran hedduu keessatti barattoonni mormiidhaan barnoota dhaabanii ba’an gaaffiileen dhiheessan gaaffilee haqaa yeroo dheeraadhaaf uummatni Oromoo fi paartiin keenya gaafataa ture waan ta’eef mootumman deebii qabatamaa itti kennuun nagaa fi tasganii biyyattiif hedduu barbaachisaa dha, jedhu, itti-aafatamaan sab-quunnamtii Gamtaa Medrekii fi Itti-aanaa dura-taa’aan Koongiresa Federaalawa Oromoo, Obbo Mulaatuu Gammachuu.

Mootummaan Itiyoophiyaa, gaaffiilee yeroo dheeraaf dhihaatan kana moggaatti dhiisee humna qawweetiin ukkaamsuu yaaluun hegeree nageenya biyyatiif baay’ee yaaddessaa akka tahe dubbatu.

Qophii guutuu dhaggeeffadha

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG