Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gargaarsa Raabsuu Itti Fuufnee Jirra


Namoota naannoo Amhaaraa keessaa buqahanii mana barumsaa dahannaa yeroo ta'e keessa jiran (suuraa faayilii)
Namoota naannoo Amhaaraa keessaa buqahanii mana barumsaa dahannaa yeroo ta'e keessa jiran (suuraa faayilii)

Dhaabbatii ittisa balaa kan Itiyoophiyaa uummata naannoolee walwaraansii keessatti gaggeeffamuu fi uummanni manaa fi qe'e ofii irraa godaanee keessatti gargaarsa raabsuu itti fufuu isaa beeksisee jira.

Kunis bulchiinsa naannoolee Amaaraa, Afaar fi Tigraay keessatti ta’uun ibsamee jira.

Mootummaan uummata walitti bu’iinsaa fi balaa uumamaan rakkataa jiraniif ilaalcha itti kennuu akka qabu Izeemaan ibsa baasee jira.

XS
SM
MD
LG