Xurree ittiin seenan

Breaking News

Godaansaa fi Tajaajiila Eegumsa Fayyaa


Hoosptaala Rireraalaa Naqamtee (Suuraa faayilii)
Hoosptaala Rireraalaa Naqamtee (Suuraa faayilii)

Godiina Wallaggaa Bahaa fi Horroo Guduruu wallggaa keessaa sababaa walitti bu’insa uumameen godaanuu isaan namoonni dubbatan tajaajiila eegumsa fayyaa argataa jiran kan ilaaleen yaada isaanii nu hiraniiru.

Abee Dongoroo irraa dheessuun yeroo ammaa magaala Angar Guutee keessan jiran kan jedhan fi sodaa nageenyaaf jecha maqaan isaanii akka hin ibsamnee namnii gaafatan akkasumas bakka Luugoo jedhamu irraa dheessuun naannaa magaalaa Naqamtee Jiraachuu isaanii kannen ibsan jiru.

Angawaan Waajiira Ittisa Balaa Oromiyaas deebii kennan qabu. Caqasaa.

Godaansaa fi Tajaajiila Eegumsa Fayyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:23 0:00


XS
SM
MD
LG