Xurree ittiin seenan

Breaking News

Guyyaa Dubartoota Addunyaa - Bitooteessa 8


Lutenaant Komaandar Dr. Caaltuu Waaqjiraa

Guyyaan Dubartoota addunyaa har’a guutuummaa addunyaa irratti kabajamee jira. Walakkaa hawaasaa kan ta’an dubartoonni sochii hawaasaa, dinagdee fi siyaasaa keessatti qooda olaanaa qabaachuu isaanii ragaaleen adda addaa mirkaneessaa iran.Dubartoonni carraa barnootaa, hojii, tajaajiila eegumsa fayyaa fi kanneen faffakaatan dhabuun rakoo irra ga’u dacha akka ta’u taasisee jira.

Dubartoonni qooda gama hundaan fudhataa jiraniin qixxee fayyadamoo ta’a jiruu? gaaffiin jedhu akkuma ardii fi biyya keessa jiraatanii adda adda ta’a.Dubartoonni biyya keenyaa ayyaana har’a kan ilaaleen yaada nu kennanii jiru.

Gama kaaniin miseensa raayyaa waraana lafoo kan yunaaytid Isteets kan ta’an Lutenaant Komaandar Dr. Caaltuu Waaqjiraa muuxannoo jirenya isaanii nu ibsanii jiran.

Gabaasa guutuu caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:10:41 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG