Xurree ittiin seenan

Breaking News

Magaalaa Amboo Naannoo Mana Warra Artist Haacaaluu Hundeessaatti Dhukaasa Banameen Namoonni Miidhamuun Himamee Jira  


Faayilii - Magaala Amboo
Faayilii - Magaala Amboo

Magaalaa Amboo, naannoo manni warra Artist Haacaaluu Hundeessaa jiru, Toorban Kuttaayeetti har’a walitti bu’insa uumee fi dhukaasa banameen obbboleessaa fi wasiila Haacaaluu dabalatee namoota hedduu irra miidhaan ga’uun beekamee jira.

Kan yeroo dhukaasichi baname mana warra Hacaaluu ture, gabaasaa VOA – Naakoor Malkaa, haala ture akka nuuf ibsu dubbisnee jirra.

Guutummaa gaaffii fi deebii geggeessinee caqasaa

Magaalaa Amboo Naannoo Mana Warra Artist Haacaaluu Hundeessaatti Dhukaasa Banameen Namoonni Miidhamuun Himamee Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:18 0:00


XS
SM
MD
LG