Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haleellaa Humna Qilleensaa Maqalee irratti Raawwatame jedhame


Stefenii Dujariik, Tokkummaa Mootummootaa irraa (suuraa faayilii)
Stefenii Dujariik, Tokkummaa Mootummootaa irraa (suuraa faayilii)

Mootummaan Itiyoophiyaa magaalaa Maqalee samii irraan haleele jechuu dhaan humnoonni naannooTigraay beeksisanii jiran.

Dho’iinsi boombii kun jiraattotaa fi hojjettoota gargaarsaa Tigraay keessaan illee gabaasamee jira. Wixata kaleessaa booda irra sabaa himaan mootummaa Itiyoophiyaa akka ibsetti caasaa quunnamtii naannoo Tigraay irratti kan fuuleffate haleellaa samii irraanii geggeessuu isaa beeksisee jira.

Tokkummaan mootummootaa gabaasaalee sana xiinxalaa jiraachuu beeksise.

Haleellaa Humna Qilleensaa Maqalee irratti Raawwatame jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:01:30 0:00


XS
SM
MD
LG