Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hayyu-dureen ABO Manaa Bahuu fi Olseenuu Akka Hin Dandeeye Dhaamsi Dhaqqabe Jedhame 


Hayyu-Duree ABO, Obboo Daawud Ibsaa
Hayyu-Duree ABO, Obboo Daawud Ibsaa

Hayyu-dureen ABO obbo Dawud ibsaa fi namoonni isaanii waliin galaan mooraa ala bahuun,akkasumaas namni kan bira ala mooraa keessa seenuu akka hin dandeenye dhorkamaniiru jedhame.

Obbo Waaqoo Noolee qondaalii siyasaa ABO obbo Dawud Ibsaa waliin galu. Akka isaanii jedhanitti kara egdootaa hayyuu duree ABO motummaan kanaan dura ramadeefin manaa bahuu fi olseenuun akka hin danda'amne dhamsi nuu qaqabee jedhu.

Gabaasaa guutu caqasaa

Hayyu-dureen ABO Manaa Bahuu fi Olseenuu Akka Hin Dandeeye Dhaamsi Dhaqqabe Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:58 0:00


XS
SM
MD
LG