Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Hir’ina Midhaan Nyaataan Miidhamaa jirra’ baqattoota Mooyyalee baqatanii Keeniyaa jiran


Ji’a Gurraandhalaa Mooyyaalee baqatanii Keeniyaa Ka jiran baqattoonni Oromoo hanqina midhaan nyaataan rakkataa jiraachuu himan.

Nyaatni bifa gargaarsaan kennamaa jiru daa’immaniif ka ta’u waan hin taaneef torbee darbe kana daa’imman 3 lubbuun darbuullee dubbatu.

Waa’ee komii kanaa Dubbi Himaa Dhaabbata UNHCR dame Keeniyaa Mrs. Yiivoon Indeegee, lubbuun daa’immanii darbuun dhugaa ta’uu himanii, sababiin du’a isaanii garuu hanqina nyaataan osoo hintaane qoricha ogeessa beekumsa gahaa hin qabneen kennameefiin akka ta’e kan dubbatan.

Galmoo Daawit dabalata qaba

‘Hir’ina Midhaan Nyaataan Miidhamaa jirra’ baqattoota Mooyyalee baqatanii Keeniyaa jiran
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:43 0:00

XS
SM
MD
LG