Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Hiriira Naqamtetti kaleessa gaggeeffame irratti lubbuun nama tokkoo darbeera’ – Jiraattota


Mormii kaleessaa kana irrattis kaleessa waaree booda Korri Bittinneessaa Poolisii Oromiyaa aara imimmaansu dhukaasuu, kanarraa ka ka’es lubbuun nama tokkoo darbuu fi nami 4 madaa’uus dubbatu.
Mormii kaleessaa kana irrattis kaleessa waaree booda Korri Bittinneessaa Poolisii Oromiyaa aara imimmaansu dhukaasuu, kanarraa ka ka’es lubbuun nama tokkoo darbuu fi nami 4 madaa’uus dubbatu.

Kaleessa hiriira mormii Magaalaa Naqamteetti gaggeeffameen lubbuun nama tokkoo darbuu fi sadii ka ta’an madaawuu jiraattonni dubbatan. Hiriirri Mormii magaalattii keessattii akka ka’u ka taasise jiraataan magaalattii tokko humna hin beekamneen butame waan jedhu yoo tahu, Ajajaan poolisii Magaalaa Naqamtee Koomander Geetaachoo Ittaanaa Itichaa, ‘dargaggoo butame jedhame waanti beeknu hin jiru jechuun deebii kennaniiru.

Galmoo Daawit dabalata isaa qopheesseera

‘Hiriira Naqamtetti kaleessa gaggeeffame irratti lubbuun nama tokkoo darbeera’ – Jiraattota
please wait

No media source currently available

0:00 0:15:49 0:00

XS
SM
MD
LG