Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hoogganoonni ABO Hidhaa Jiran Wabiin Akka Gad-lakkisaman Manni-murtii Ajaja Kenne  


Miseensota Koree hoji-rawwachistuu fi ka giddu galessaa ABO fi hooggansa sadarkaan jiran kaan dabalatee namoonni 24 galmee tokko irra jiran mirga wabii qarshii 10,000n akka gad lakkifaman Manni-murtii har’a ajaja kennee jira.

Manni murtii Godina Addaa Naannawa Finfinnee, aanaa Sulultaa dhaddacha har’a, Hagayya 25, bara 2012 ooleen shakkamtoonni akka dhihaataniif ajaja kennee ka ture ta’eyyuu poolisiin har'as namoota kana mana murtiitti hin dhiyeessine, jedhan Abukaattoon isaanii, obbo Kadir Bulloo. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Hoogganoonni ABO Hidhaa Jiran Wabiin Akka Gad-lakkisaman Har’a Manni-murtii Ajaja Kenne
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:57 0:00


Yaadawwan Ilaali (15)

XS
SM
MD
LG