Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itoophiyyaa Keessatti Duulli Talaalii Poliyoo Karoorfamun Himame


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Itiyoophiyaa keessaa naannnolee afurii fi bulchiinisota magaalaa lama keessatti Vaayirasiin Poliyoo argamuu isaa Instiitiyutiin Fayyaa Hawaasa Itiyoophiyaa beeksise.

Naannolee eeraman kanneen keessatti Fulbaana 27 hanga 30tti guyyota afuriif manaa manatti duulli talaalii ka geggeefamu Ministiriin Fayyaa torban dabre himee jira.

Kana malees weerarri busaa Naannoo Uummatoot Kibbaa fi Oromiyaa keessatti waan mudateef Onkoloolessa 13 talaalin ka kennamu tahuun himamee jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Bulchiisota Naannoo Afurii fi Magaalaalee Lama Keessatti Pooliyoon Waan Argameef Duulli Talaalii Karoorfame, Jedha Ministiriin Eegumsa Fayyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:51 0:00


XS
SM
MD
LG