Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kaneen Qehee Irraa Buqahan Rakkoo Keessa Jirra Jedhu


Faayilii - Daa'ima mana barumsaa Addis Faana, bakka buufataa yeroo kanneen buqahanii keessa jiraatan keessatti, Dasee 3, 2021.

Bulchiinsa naannoo Amaaraa godiina Walloo Kibbaa aanaa Ambaassal fi Wagal xeenaa keessaa uummanni jireenya irraa buqqa’ee gara magaala Dasee fi magaaloota biroo kan naannoo jiranti yaa’uu kan itti fufee ta’uun ibsamee jira.

Namoonni kun Raadiyoo Sagalee Amerikaaf akka ibsanti, jirrenya ofii irraa eega buqqa’anii kaasee rakkoo jabaa keessa jirra jedhu.

Yaadawwan Ilaali (3)

XS
SM
MD
LG