Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kanneen Naannoo Amaaraa Jeequu Fedhan Shirri Isaanii Feshele: Prezidaantii Naannoo Amaaraa 


Pirezdaantii naannoo Amaaraa ObbooTemesgen Tiruneh
Pirezdaantii naannoo Amaaraa ObbooTemesgen Tiruneh

Sababaa eenyummaa jedhuun karaa seeraan alaa ijaaramee naannoo Amaaraa jeequuf shirri hojjetamaa ture uummatichaa fi humnootii nagee eegsisaniin fashaluu isaa bulchaan naannoo Amaaraa Temesgen Tiruneh dubbatan.

IWEHAT raga kijibaa tamsaasuu dhaan uummata Amaaraa fi Tigraayiin adda baasuuf yaaluu isaa irra iyyuu dubbii tuqachuu naannoo daangaa irratti geggeessaa jiru qaamni itti gaafatamu seera qabsiisuu qaba jedhamee jira. Naannoon Amaaraa gumii kan mana maree ofii har’a jalqabee jira.

Manni maree sun oolmaa isaa guyyaa har’aatiin gabaasa raawwachiisa dhimmootii hawaasummaa, dinagdee fi siyaasa naannoo Sanaa gamaaggamee jira jechuun Asteer Misgaanaaw gabaasteetti.

XS
SM
MD
LG