WAASHINGITAN, DIISII —
Artiisti Haacaaluu Hundeessaa lammiiwwan biyyaa isaatif, goota; goota sirbi isaa mootummaa garagarchuu keessatti gahee tabate.
Mana maatii isaatti garuu Haacaaluun ilma, obboleessa abbaa warraa fi abbaa ijoollleeti.