Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tigraay Keessaa Kanneen Qe’e Ofii Irraa Buqqa’an Mana Barumsaa Keessa Buufatan 


Bulchiinsa naannoo Tigraay magaalaa Maqalee keessa kan jirumana barumsaa Maay Waynii keessa namoonni Tigraay bakka adda addaa keessaa godaanan kanneen kuma 7 caalan jiraachuu isaanii waltaasisaa godaantootaa kan ta’an Obbo Tasfaay Birhaanuu ibsanii jiru.

Tigraay Keessaa Kanneen Qe’e Ofii Irraa Buqqa’an Mana Barumsaa Keessa Buufatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:00:40 0:00

Godaantoota isaan jalqabaa kan abbaa warraa 751 mana barumsaa maqalee keessa jiru Qissaannet keessa lan jiran yoo ta’u namoota 3000 caalaan kan keessa jiran ta’u waltaasisaan godaantoota kanaa Obbo Haftoom Tsegaay ibsuu isaanii Aleem Fiseehaa gabaasee jira.

Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG