Xurree ittiin seenan

Breaking News

Komishiinarri Polisii Duraanii Abbaree Addaamuu Du’an Boqotan


Abbaree Addaamuu D

Duraan komiishiina polisii bulchiinsa naannoo Amaaraa kan turan Abbaraa Addaamuu akka tasaa dhukkubsatanii du’an boqochuu isaanii konishinni polisii naannoo sana ibsee jira.

Reeffii isaanii qorannaaf Finfinneetti ergamuu isaa Daayreekterri komunikeeshinii kutaa qunnamtii uummataa beeksisee jira.

Duutii isaanis har’a waaree booda kan dhaga’amee yoo ta’u torban darbee aangoo irraa kaafaman.Hospitaala Ispeeshaalaayzid Xibabaa Giyoon keessatti wal’anamaa ituu jiranii lubbuun isaanii darbuutu ibsame.

Yaadawwan Ilaali (4)

XS
SM
MD
LG