Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kooriyaan Kaabaa Misaayila Lafa Fagoo Furguggifamu Yaaliif Dhukaaste


Kooriyaan Kaabaa Misaayila Lafa Fagoo Furguggifamu Yaaliif Dhukaaste
Kooriyaan Kaabaa Misaayila Lafa Fagoo Furguggifamu Yaaliif Dhukaaste

Kooriyaan akeekkachiisi sadaraa addunyaa irra deddeebi’uun kennamus kaabaa misaayila lafa fagoo furguggifamu gad dhiiftee jirti. Kunis tattaaffii Pyongyang meshaa nukleraa oomishuuf qabduuf injifannoo akkan barbaachisaa dha jetti.

Misaaylii sun kan fuguggifame buufata xayyaaraa daangaa china Kaaba gama bahaa bakka kooriyaa kaabaa waliin wal daangessu irraa yoo ta’u godinaa dinagdee addaa Jaappaan irra bu’e.

Kunis Tookyoo kan rifaasisee jira. Kooriyaan kaabaa misaaylli isee addunyaa isa kamiinuu dhaqqabuu danda’a yoo jettu kunis Beejing Pyongyang irra uggura cimaa ka biroo akka keessu dhiibbaa irraa kaa’e jira. Attamiin deebii akka kennitu garuu ifaa miti. Chaayinaan KOoriyaan kaabaa murtii gola naga eegumsaa walliin gocha wal faallessu irraa of qusattee mariin furmaata gara fiduutti akka deemtu waamicha gooteetti jechuudhaa dubbi himaan ministrii

XS
SM
MD
LG