Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lammiin Jarman Tokko Itiyoophiyaa Keessatti Ajjeefame


VOA logo
VOA logo

Haleeellaan Lammii Jarmanii fi Kan Itiyoophiyaa irratti raawwatame Affaar bakka Ertaallee jedhamutti ture. Dhukaasi kan banames tuuristoota gareen deemaa turan keessaa lammii Jarmanii fi kan isaan daawwachiisaa ture lammiin Itiyoophiyaa suraa kaasuuf qofaatti ennaa ba’anitti akka ta’e mootummaan beeksiseera.

Hanga ammaa eennymmaan isaanii kan hin ibsamne lammiin Jarmanii ennaa ajjeefaman lammiin Itiyoophiyaa garuu balaa madaa’uutu irra ga’e.

Ministriin dhimma alaa ibsa baaseen eenyummaan hidhattoota dhukaasa bananii qulqullaa’aa jira jedhee jira.

Lammiin Jarman Tokko Itiyoophiyaa Keessatti Ajjeefame
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:23 0:00

XS
SM
MD
LG