Xurree ittiin seenan

Breaking News

“Biyya Ormaa Dhaqee Wannin Baradhe Tokko Yeroo Kiyya Sirritti Fayyadamuudha”


Artiisti Magartuu Geetuu

Artiisti Magartuu Geetuu yeroo hojiidhaaf garaa Saawudii Arabiyaa deemte umuriin ishii reefu oggaa 18 ture. Oggaa afur mana namaa keessa hojjachaa turtee san booda garuma biyyaa deebite.

Amma, magaala Finfinnee keessatti suuqii wayaa fi meeshaa aadaa Oromoo dhiheessu Rabirraa jedhamu bantee hojjachaa jirti.

Kara aartitiin illee kiliipii viidiyoo tokkoo akkasumas sirboota sagalee muraasa gadhiistetti.

Funduratti, hojii aartii akkasumaas daldala jalqabde baballisuu irratti xiyyeeffachuun karoora ishii guddaa akka ta’e ibsite.

Muuxannoo Saawudi Arabiyaa, akkasumas hojiiwwan amma itti jirtu laalchisee haasofsiisnerraa, dhaggeeffadhaa.

“Biyya Ormaa Dhaqee Wannin Baradhe Tokko Yeroo Kiyya Sirritti Fayyadamuudha”
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:52 0:00
Artiisti Magartuu Geetuu suuqii ishii funduratti, Finfinnee
Artiisti Magartuu Geetuu suuqii ishii funduratti, Finfinnee

Yaadawwan Ilaali (8)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG