Xurree ittiin seenan

Breaking News

Manni Murtii Bellama Ka Biraa Kenne: Abukaatoo


Manni Murtii Bellama Ka Biraa Kenne: Abukaatoo
Manni Murtii Bellama Ka Biraa Kenne: Abukaatoo

Hogganoonni paartii mormituu kan Koongreesa Federaala Oromoo dabalatee galmee tokko irra ka jiran himatamtoonni 22 har’a mana murtii olaanaa Federaalaa isa Lidataa jiru dhaddacha 4ffaa duratti dhiyaatanii jiru.Kunis jala murtii kennuuf ture.

Garu ragaan barreeffamaa fi sagalee dhiyaatan heddummaachuu isaa irraa kan ka’e hunda waliin ga’uun hin danda’amne jechuun manni mutii bellama dabalataa kennee jira.Kunis guyyaa 23 booda walitti deebina kan jedhu ture.Bellamnii qabame kun isa dhumaa akka ta’uuf ni yaalla jedha manni murtii.

Ragaan abba alangaa wal qixxaatee dhiyaachuu hin dandeenye jechuun manni murtii yaada dhiyessuun bellamnni jijjiramaa turuun isaa ni yaadatama.

Manni Murtii Bellama Ka Biraa Kenne: Abukaatoo
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:03 0:00

XS
SM
MD
LG