Xurree ittiin seenan

Breaking News

Manni Murtii Mohammad Deeksisoo fi Kanneen Waliin Hidhaman Akka Gad-lakkisaman Murtesse


Moohaammed Deeksisoo
Moohaammed Deeksisoo

Mahaammad Deksiisoo, Doktor Wandimmuu Laggasa fi Barsiisaa Mulugetaa Shitee Manni murtii Aanaa magaalaa Jimmaa akka hidhaadhaa hiikaman murteesse.

Namoonni kunneen wabii ofiif ta'anii amanamtummaan akka gadi lakkiffaman manni murtii bitootessa 7 bara 2013 kan ajaja kenne.

Akka Abukaatoon namoota kanneenii Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himanitti manni murtii beellama dabalataa qorataan poolisii gaafate kuffisuun ture kan akka hiikamaniif ajaja kenne. Haa ta’uu malee, namootni kunneen hanga yoonaa akka hin hiikamne, jedhu abukaatoon isaanii kun.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Manni Murtii Mohammad Deeksisoo fi Kanneen Waliin Hidhaman Akka Gad-lakkisaman Murtesse
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:35 0:00


XS
SM
MD
LG