Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mariin Dhimma Hidha Abbayaa Akka Danqamu Kan Taasise Sudaanii fi Masriidha, Jetti Itiyoophiyaan  


Marii dhimma Hidha Abbayaa Ministiroota Itoophiyaa, Sudaan fi Masrii Kinshaasaatti geggeessan, Ebla 6, 2021

Sudaan fi Masriin mariin biyyoota sadeen dhimma hidha Laga Abbayaa akka bifa jijjiirratuuf carraaqqiin taasisan fudhatama hin qabu jechuun Itoophiyaan har’a ibsitee jirti.

Ministirri Bishaan, Jallisii fi Anniisaa Itoophiyaa Dr.Silashii Baqqalaa akka ibsa har’a kennaniin Sudaan fi Masriin itti gaafatamumma Gamtaa Afrikaatiif kenname xiqqeessun tuffachuuf yalii taasisan jedhan.

Erga covid 19 muudatee yeroo jalqabaatif biyyootni sadan bakka tokkotti magaalaa Rippabilikii Diimokiraatawaa Koongoo, Kinshaasaatti walitti dhufuun mari'atan.

Mariin Dhimma Hidha Abbayaa Akka Danqamu Kan Taasise Sudaanii fi Masriidha, Jetti Itiyoophiyaan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:50 0:00


Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG