Xurree ittiin seenan

Breaking News

Minisootan Dr. Abiyyi fi Jila Mootummaa Itoophiyaa Simachaa Jirti


Minisootan Dr. Abiyyi fi Jila Mootummaa Itoophiyaa Simachaa Jirti

Muumeen ministiraa Itoophiyaa Dr. ABiyyi Ahimad, pireezdaantiin mootummaa naanno Oromiyyaa,dooktorri kabajaa Obboo Lammaa Magarsaa, akkasumas ministirri haajaa alaa Itoophiyaa Dr. Warqinaa Gabayyoo harra gara Minisoota imalaniiru.

Namoota Dr. Abiyyii fi jila isaanii simachuudhaa waltajjii qophaahetti eegaa jiran,Taargeeti Seenter, Minisootaa, Adoolessa 30, 1918
Namoota Dr. Abiyyii fi jila isaanii simachuudhaa waltajjii qophaahetti eegaa jiran,Taargeeti Seenter, Minisootaa, Adoolessa 30, 1918

Sagantaan Wiixata harraa akkasumas Hojjaa lammaffo boru ganama qabame maafaa dha an jedhu laalchisee koree qindeesituu keessaa dargaggoo Falmataa Badhaasoo fi aaddee Bashaatuu Dabalaa dubisne, dhaggeeffadhaa.

Minisootan Dr. Abiyyi fi Jila Mootummaa Itoophiyaa Simachaa Jirti
please wait

No media source currently available

0:00 0:12:03 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG