Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mummeen Ministeeraa Nu Hin Dubbisan Taanan Hojiitti Hin Deebinu: Miseensoota Paarlaamaa


Itiyoophiyaa keessatti walitti bu’iinsa, ajjechaa fi qabeenyaan barbadeessu dhaqqabaa jiru kan ilaaleen mummichi ministeeraa Haayle Itiyoophiyaa Maariyaam Dassaaleny dhiyaatanii ibsa kennuu qabu jedhu bakka buutonni uummataa kan Oromiyaa keessaa.

Kanaaf jecha gaaffii keenyaaf hanga deebii nu laanneetti hojiitti hin deebinu jedhu.Kunis kallattii gara fuula duraatti rakkoo akkanaa dhaabsisuuf biyyattiin hordofuu qabdu irratti waan mootummaan harkaa qabu nu ibsuu qaban jedhu.

Gama kaaniin miseensoonni paarlaamaa kun marii gaggeeffamuu keessatti hirmaachuu dhaabuun isaanii ni yaadatama.

Mummeen Ministeeraa Nu Hin Dubbisan Taanan Hojiitti Hin Deebinu: Miseensoota Paarlaamaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:19 0:00

XS
SM
MD
LG