Xurree ittiin seenan

Breaking News

Miseensonni Paarlaamaa Awurooppaa 39 Dhiittan Mirga Dhala Namaa Itiyoophiyaa Keessaa Nu Yaaddesse Jedhan

  • Jaallannee Gammadaa

Miseensonni Paarlaamaa Awrooppaa Ajjeechaa fi dhiittaa mirgaa mormiidhan walqabatee Itoophiyaa keessatti dhaqqabe qaamni walabaa akka qoratu Paarlaamicha gaafatan

Miseensonni Paarlaamaa Awurooppaa 39, murtii-ejjennoo Paarlaamichi gaafa Caamsaa kudha-saddeetii dabarsee ture irraa itti-fufuudhaan, waa’ee dhiittaa mirga dhala-namaa Itiyoophiyaa keessaa nu yaaddesse – jedhan, Bakka-buutuu ol’aantuu Damee Dhimma Alaa, ka Gamtaa Awurooppaa – Federikaa Mogeriiniitti xalayaa barreessanii jiran. Jimaata dabre kana barreessame xalayaan kun.

Tigist Gammee, miseensota Paarlaamaa Awurooppaa xalayaa sana ergan keessaa bakka-buutuu Yunaayitid Kingdom – Juulii Waard, London irraa haasofsiistee jirtii. Jaallanne tu xalayicha waliin qindeessuun dhiheessa.

Miseensonni Paarlaamaa Awurooppaa 39 Dhiittan Mirga Dhala Namaa Itiyoophiyaa Keessaa Nu Yaaddesse Jedhan
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:36 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG