Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Naannoo Benishaangul Gumuz fi Gurmuun Hidhattootaa Tokko Waliigaltee Mallatteessan 


Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Benishaangul Gumuzii fi Garee Hidhattootaa naannicha keessa socho’an jidduutti waliigalteen mallatteeffamuu mootummaan naannichaa beeksisee jira.

Waajjirri Komunikeeshinii Naannoo Benishaangul Gumuz, Miidiyaa hawaasummaa irratti akka ibsetti, Pireezidaantiin Naannichaa Obbo Ashaadlii Hasan fi Bakka-bu’aa garee hidhattootaa Obbo Jagnaammaaw Maangiwaa waliigaltee kana mallatteesse.

Waliigalteen kun rakkoo nageenyaa godinaa Matakkal keessatti uumamaa jiru fura, jedhamee abdatama.

Mootummaan Naannoo Benishaangul Gumuz fi Gurmuun Hidhattootaa Tokko Waliigaltee Mallatteessan
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:32 0:00


Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG