Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Naannoo Oromiyaa Qaala’insa Gabaa Tasgabbeessuuf Hojjetaa Jirra, Jedha


Dubbi himaa mootummaa naannoo Oromiyaa, Obbo Getaachoo Baalchaa
Dubbi himaa mootummaa naannoo Oromiyaa, Obbo Getaachoo Baalchaa

Qaala'insa Gabaa tasgabbeessuuf bulchiinsi mootummaa naannoo Oromiyaa tarkaanfiiwwan adda addaa fudhachaa akka jiru ibseera.

Bakka garaa garaatti daldaltoota qaxxaamuraan baadhadhuuf jecha sababaa tokko malee gatii dabalan, kanneen 300 ol ta’an irratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsan, dubbi himaan mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Getaachoo Baalchaa.

Mootummaan Naannoo Oromiyaa Qaala’insa Gabaa Tasgabbeessuuf Hojjetaa Jirra, Jedha
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:55 0:00


XS
SM
MD
LG