Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Somaaliyaa Filannoo Akka Gaggeessuuf Gaafatamee Jira


Faayilii - Humnoonni nageenyaa namoota filannoon dabarfamuu mormanii hiriira bahanitti kara cufan, Guraandhala 19, 2021

Prezidaantiin Somaaliyaa, maqaa masoo “Farmaajoo”n beekaman – Mohammed Abdullaahii Mohaammad, filannoo yeroon isaa itti dabre dafanii geggeessuuf akka walii-galteerra gahan dhiibbaa itti cimaa jira.

Kunis filannoo kan ilaaleen walgahiin guyyaa lamaaf torban kana keessaa gaggeeffame danqaa siyaasaa jiru furuu eega dadhabee booda.

Gabaasa guutuu caqasaa

Mootummaan Somaaliyaa Filannoo Akka Gaggeessuuf Gaafatamee Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:36 0:00


Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG