Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waayee Wal-dhibdee Godina Addaa Hawaasa Oromoo fi Shawaa Kaabaa Irratti Angawoonni Yaada Wal Hin Simanne Kennan 


Sanbata dabre irraa jalqabee Bulchiisa Naannoo Amaaraa Godinaa Addaa Hawaasa Oromoo fi Godinaa Shawaa Kaabaa keessatti walitti bu’insawwan uumamanii, lubbuu namaa fi qabeenyaa irraa miidhaa geessisuun isaanii gabaasamaa jira.

Haalli naannoo sanaa ammallee akka guutummaatti hin tasgabbaa’iin dubbatu aangawoonni Godinaalee sanaa.

Aangowoota gam lameenii haasoofsisuun kan qindeessinee Caqasaa.

Waayee Wal-dhibdee Godina Addaa Hawaasa Oromoo fi Shawaa Kaabaa Irratti Angawoonni Yaada Wal Hin Simanne Kennan
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:29 0:00


Yaadawwan Ilaali (5)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG