Xurree ittiin seenan

Breaking News

Moromiin Oromiyaa Keessaa Guyyaa Lammaffaaf Itti  Fufe


Faayilii - Mormii gabaa lagachuu,Oromiyaa, Adoolessa Bara 2017
Faayilii - Mormii gabaa lagachuu,Oromiyaa, Adoolessa Bara 2017

Godinaalee Oromiyaa hedduu keessatti hoji-dhaabinsi mormii fi bakkawwan haga tokko keessatti immoo, hiriirawwan mormii, guyyaa lammaffaaf itti fufanii jiran. Kan kaleessa hiriirri guddaan keessatti geggeessame – magaalaa Naqamtee keessatti gaaffiilee hiriirtonni dhiheessan qaamni mootummaa dhaggeeffachuu simachuu isaa jiraattonnii fi aangawoonni nuuf ibsanii jiran. Magaalaa Buraayyuu keessatti immoo, humnoonni mootummaa Federaalaa dargaggoota kaleessa mormiitti hirmaatan hedduu akka hidhanii jiran tu dubbatama. Gabaasaa guutuu dhaggeeffadhaa.

Moromiin Oromiyaa Keessaa Guyyaa Lammaffaaf Itti  Fufe
please wait

No media source currently available

0:00 0:12:12 0:00

XS
SM
MD
LG