Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mummchi Ministeeraa Abiyyi Ahmad Gaazexxesoota Biyya Keessaaf Ibsa Kennan


Mummichi Ministeeraa Itoophiyaa Abiyyi Ahamd
Mummichi Ministeeraa Itoophiyaa Abiyyi Ahamd

Waraana Itiyoophiyaa Maqalee fi iddoo kanneen biroo Tigraay keeessaa baasuun ajjeechaa siviilootaa fi waraana biyyatti hanqiisuuf akka ta’e mummichi ministeeraa Abiyyi Ahamd ibsanii jiru.

Mummchi Ministeeraa Abiyyi Ahmad Gaazexxesoota Biyya Keessaaf Ibsa Kennan
please wait

No media source currently available

0:00 0:00:51 0:00

Oduu gabaastoota biyya keessaaf Kibxata Kaleessaa ibsa kan kennan Dr. Abiyyi laftii looltonni Itiyoophiyaa sivilootaan marsamanii gara jabinaan itti ajjeefaman iakka jiruu fi tti fufiinsaan kan gaggeeffamu ta’u ibsan.

Iddoo tokko tokkotti, miseensoonni waraana keenyaa siviiloota isaan haleelan ajjeesuu manna yeroo itti of-ajjeesantu jira jedhanii yeroo ammaa waraanni Itiyoophiyaa iddoo haalli akkasii hin jirre fi deggersa argatu keessa buufatee jira jedhan.Injifannoo Addi Bilisummaa Uummata Tigraay (TPLF) maqalee fi iddoo biraatti gonfadhe jedhee dubbatuus fudhatama dhabsiisuun isaanii gabaafamee jira.

XS
SM
MD
LG