Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qarooma Teeknooloojii Fi Dargaggoota Oromoo


Qarooma Teeknooloojii Fi Dargaggoota Oromoo

Manni barumsaa “Finfinnee Space Education” jedhamu dilbata darbe jechuun Amajjii 28 bara 2018 eebbifamee jira. Dargaggoota Oromoo lama Eliyaas Yirdaaw fi Saamu’eel Margaa jalqabaa kaasee carraaqqii godhaniin sadarkaa Afriikaatti ka jalqabaa kan ta’e manni barumsaa kun hundeeffamuu danda’ee jira. Manni barumsaa kun saatalaayitiin waan gargaaramuuf gama barnoota ammayyaa fi quunnamtii adunyaa waliin jiruu fi quunnamtii ammayyaan biyyattiif bu’aa guddaa kan argamsiisu ta’uun beekamee jira.

Qarooma Teeknooloojii Fi Dargaggoota Oromoo
please wait

No media source currently available

0:00 0:11:50 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG