Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qeerroo Baqatee Dallaa Koo Seene Boodaan Kanneen Dacha’anii Dhufantu  Qabeenyaa Koo Mancaasan: Jiraataa Magaalaa Finfinnee 


Faayilii - Dargaggoota Oromoo
Faayilii - Dargaggoota Oromoo

Artist Haacaaluu Hundeessaa erga ajjeefamee booda lubbuun namaa bade qabeenyaan manca’uun gabaasamee jira. Kutaalee Oromiyaa adda addaa keessatti rakkooleen uumaman magaalaa Finfinnee keessattis mul’achuun illee ibsameera.

Borumtaa Haacaaluun ajjeefame jamaa namootaan qabeenya isaanii irra miidhaan ga’ee hanga lubbuun namaa darbuutti argeera kan jedhan keessaa jiraataan magaalaa Finfinnee kan ta’an obbo Ismaaa’el Abbaa Biyyaa tokko.

Qeerroo jamaa dhaan booddee dhaa ari’amaa dhufetu mana kootti ol seene. Isaan boodaan qaamni dhufe reebichaa fi qabeenyaa mancaasuu irratti bobba’e.

Anaa fi Ijoollee koo Rabbitu nu baase jedhan Obbo Ismaa’el

Qeerroo Baqatee Dallaa Koo Seene Boodaan Kanneen Dacha’anii Dhufantu  Qabeenyaa Koo Mancaasan: Jiraataa Magaalaa Finfinnee
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:46 0:00


XS
SM
MD
LG