Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qorataan Dhukkuboota Adda Addaa Waa'ee Koviid-19 Maal Jedhu?


Yeroo Waggaa tokko caaluuf weerarrii vaayrasii Koronaa addunyaa mara rakkisaa jira. Biyya tokkotti hammaatee kaanti gad jadhaa ta'uus kan bifa weeraraan deebi'ee ka'uun immo carraaqqii ta'u abdii dhorkee namoonni hedduun du'uun itti fufee jira.

Kaan immoo ugguura faca'iina vaayrasiichaa hanqisuuf labsaman kabajaa turee booda irra obsa fixachuun cabsuuf dirqame.Talaaliin dhukkubicha ittisu argamuun abdii kennee jira.

Kanneen Talaalii kana fudhatan iyyu of-eeggannoo duraan ka'aman kan akka aguuggii afaanii fi funyaanii itti fufuu akka qaban ogeessonni dubbataa jiru.

Maraafuu gaaffii fi deebii qorataa dhukkubootaa Dr.Jamaal Haassan waliin gaggeeffamee caqasaa.

Qorataan Dhukkuboota Adda Addaa Waa'ee Koviid-19 Maal Jedhu?
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:56 0:00


XS
SM
MD
LG